Faaruu 1:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 “ሀምንሳኒ ሁንድኑ ፉለኬ ዱረት ሃዽኣቱ፤ ዋኑመ ሰበቢ ጩቡኮ ሁንዳቲፍ ነት ፍዴ ሰነ እሳንትሌ ፍድ! ኣዱንኮ ባይአቴራቲ፤ ኦኔንኮስ ደዸብዴርት።” Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Hamminni isaanii hundinuu si duratti haa mul'atu! Aadnaan koo baay'atee waan na gaggabseef, akkuma irra-daddarbaa koo hundumaaf jettee ana irratti hojjette, isaan irrattis akkasuma hojjedhu!>> in jetti. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 “Hamminni isaanii hundinuu fuula kee duratti haa dhiʼaatu; waanuma sababii cubbuu koo hundaatiif natti fidde sana isaanitti illee fidi! Aaduun koo baayʼateeraatii; onneen koos dadhabdeerti.” Viz kapitola |