Faaruu 1:20 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 “ያ ዋቀዮ አከ አን ዽጰዼ እላል! አን ኬሰኮት ዽጰዼረ፤ ገራኮ ኬሰት ራፈሜረ፤ አን ነመ አከ መሌ ፍንጭሉን ቱሬቲ። አላ ጎራዴን ነመ ቀለ፤ መነ ኬሰሞ ዱአ ቆፈቱ ጅረ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Yaa Waaqayyo, hammam akka ani rakkadhe, mar'umaan koo na keessatti akka bilchaate, yaadaanis akkan dhiphadhe ilaali! Ani baay'ee waanan yakkeef, alaa billaatu ijoollee koo fixa, mana keessaa immoo dhukkubatu isaan fixa*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 “Yaa Waaqayyo akka ani dhiphadhe ilaali! Ani keessa kootti dhiphadheera; garaa koo keessatti raafameera; ani nama akka malee fincilun tureetii. Alaa goraadeen nama qala; mana keessa immoo duʼa qofatu jira. Viz kapitola |