Faaruu 1:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 እሼን ሀልከን ሀልከን ህቅፈቴ ቦስ፤ መዲሼረ እምማንቱ ያአ። ምቾተሼ ሁንደ ኬሳ ከን እሼ ጀጀቤሱ ቶኮዩ ህንጅሩ። ምቾትንሼ ሁንድኑ እሼ ገነኒሩ፤ እሳን ዲኖተሼ ተአኒሩ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Isheen halkan guutuu mararamtee in boossi, imimmaanis maddii ishee irra in dhangala'a; warra dur ishee jaallatan keessaa tokko illee dhufee kan ishee jajjabeessu hin jiru; firoonni ishee hundinuu ishee in ganan, diinotas isheetti in ta'an*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Isheen halkan halkan hiqqifattee boossi; maddii ishee irra imimmaantu yaaʼa. Michoota ishee hunda keessaa kan ishee jajjabeessu tokko iyyuu hin jiru. Michoonni ishee hundinuu ishee gananiiru; isaan diinota ishee taʼaniiru. Viz kapitola |