Online Bible

- Reklamy -




Faaruu 1:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 “አን ቱምስቶተኮ ነንዋመዼ፤ እሳን ገሩ ነ ገነን። ሉቦትንኮፊ ማንጉዶትንኮ ኡቱ ሉቡሳኒ ኦልፈቹፍ ኛተ በርባደተኑ መጋላ ኬሰት ዹመን።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 warra dur na jaallatan nan waammadhe, isaan garuu anaaf birmachuu in didan; luboonni koo fi maanguddoonni koo ittiin of oolchuudhaaf mandara keessaa nyaata utuu barbaaddatanii achitti in dhuman.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 “Ani tumsitoota koo nan waammadhe; isaan garuu na ganan. Luboonni koo fi maanguddoonni koo utuu lubbuu isaanii oolfachuuf nyaata barbaadatanuu magaalaa keessatti dhuman.

Viz kapitola kopírovat




Faaruu 1:19

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy