Faaruu 1:18 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 “ዋቀዮ ቀጄላዸ፤ ተኡስ አን አጀጀወንሳት ፍንጭሌን ቱሬ። ያ ሰቦተ፣ ሁንድኬሰን ዸገኣ፤ ረክነኮስ እላላ። ደርገጎትኒፊ ሸመረንኮ ቦጅአመኒ ፉዸተመኒሩ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Isheen,<<Anatu abboommii isaa irra darbe malee, Waaqayyo qajeelaa dha; isin saba nana, hundumti keessan dhaga'aa, dhiphina koos ilaalaa! Durboonni koo fi dargaggoonni koo in booji'aman*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 “Waaqayyo qajeelaa dha; taʼus ani ajajawwan isaatti fincileen ture. Yaa saboota, hundi keessan dhagaʼaa; rakkina koos ilaalaa. Dargaggoonnii fi shamarran koo boojiʼamanii fudhatamaniiru. Viz kapitola |