Faaruu 1:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 “ወን አን ቦኤ እጅኮ እምማኒን ጉተሜፍ ከናዸ። ነምን ነ ጀጀቤሱፍ ዽኦ ጅሩ ቶኮዩ ህንጅሩ፤ ከን ሀፉረኮ በየነቺሱስ ህንጅሩ። ሰበቢ ዲን ሁምነ አርገቴፍ እጆሌንኮ ሀርከ ዱዋ ሀፈን።” Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 ani kanaafan imimmaan koo dhangalaasee boo'a, kan na jajjabeessu, kan lubbuu anatti deebisus hin jiru; diinni waan harka fudhateef, ilmaan koo in hiyyooman>> in jetti. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 “Wanni ani booʼee iji koo imimmaaniin guutameef kanaa dha. Namni na jajjabeessuuf dhiʼoo jiru tokko iyyuu hin jiru; kan hafuura koo bayyanachiisus hin jiru. Sababii diinni humna argateef ijoolleen koo harka duwwaa hafan.” Viz kapitola |