Online Bible

- Reklamy -




Faaruu 1:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 “ጎፍታን ጎቶተ ነ ኬሰት አርገመን ሁንደ ገቴረ፤ እን ደርገጎተኮ ጨጨብሱፍ ያኢ ዋመቴ። ጎፍታን እዶ ጩንፋ ወይኒሳት ዱርበ ቁልቁልቲ እንተለ ይሁዳ ዽዺቴረ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Gooftichi dallaa koo keessatti, loltoota koo warra jajjaboo lafatti in dhidhiite, dargaggoota koo caccabsuudhaafis humna waraanaa anatti in waame; akka nama ija waynii irra ejjetee cuunfuuttis durboota Yihudaa irra in ejjete*;

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 “Gooftaan gootota na keessatti argaman hunda gateera; inni dargaggoota koo caccabsuuf yaaʼii waammate. Gooftaan iddoo cuunfaa wayinii isaatti Durba Qulqullittii Intala Yihuudaa dhidhiiteera.

Viz kapitola kopírovat




Faaruu 1:15

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy