Faaruu 1:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 “ጩቡንኮ ዋንጆት ህዸሜረ፤ እሳን ሀርከሳቲን ወልት ፎአመን። እሳን ሞርመኮት ረራፈመን፤ ጎፍታን ሁምነኮ ደዸብሲሴ። እን ወረ አን ኦፍራ ዴብሱ ህንደንዴኜት ደበርሴ ነ ኬኔረ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Waanjoon irra-daddarbaa kootii anatti hidhamee jira, isatu harka isaatiin morma kootti gudunfe; inni waanjoo isaa ana irra in kaa'e, ulfina waanjichaa irraa kan ka'e anis nan dadhabe; Waaqayyotu diinota kootti dabarsee na kenne, anis isaan dura dhaabachuu hin dandeenye. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 “Cubbuun koo waanjootti hidhameera; isaan harka isaatiin walitti foʼaman. Isaan morma kootti rarraafaman; gooftaan humna koo dadhabsiise. Inni warra ani of irraa deebisuu hin dandeenyetti dabarsee na kenneera. Viz kapitola |