Online Bible

- Reklamy -




Faaruu 1:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 “እን ኦል ጉባዻ እብደ ኤርጌ፤ እብደ ሰነ ለፌኮ ኬሰ ሴንስሰ። እን ሚለኮቲፍ ክዮ ድሪርሴ ዱግደ ዱበት ነ ዴብሴ፤ እን ኮጳት ነ ሀምብሴ ጉያ ጉቱ ነ ደዸብሲሴ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Inni ol waaqa irraa lafee kootti ibidda in erge, ibiddichis lafee kootti in dhaga'ame; kiyyoo miilla koo dura kaa'ee, ittiin gara booddeetti na deebise; bara koo hundumaa kopha-galeessa na godhee na dhukkubsachiise*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 “Inni ol gubbaadhaa ibidda erge; ibidda sana lafee koo keessa seensisa. Inni miilla kootiif kiyyoo diriirsee dugda duubatti na deebise; inni kophaatti na hambisee guyyaa guutuu na dadhabsiise.

Viz kapitola kopírovat




Faaruu 1:13

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy