Faaruu 1:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 “ወረ ከራረ ደበርተን ሁንድ፣ ኩን እስኒፍ ሆማ ምቲ? ናኖኬሰን እላላቲ አርጋ። ረክን አከ ረክነኮ ከን አን እቲን ረከዼ ከን ዋቀዮ ጉያ ዼከምሰሳት ነት ፍዴ ሰና ጅሩ ቶኮዩ ጅራ? Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 <<Isin warri karaa irra darbitanis, yoo dhimma keessan ta'uu dhaabaate iyyuu, sanyiin dhiphina kootii isa Waaqayyo guyyaa dheekkamsa isaa isa boba'aatti anatti fide kanaa jiraa ree>> Mee ilaalaa! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 “Warra karaa irra dabartan hundi, kun isiniif homaa mitii? Naannoo keessan ilaalaatii argaa. Rakkinni akka rakkina koo kan ani ittiin rakkadhe, kan Waaqayyo guyyaa dheekkamsa isaatti natti fide sanaa jiru tokko iyyuu jiraa? Viz kapitola |