Faaruu 1:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ቀቤኘሼ ሁንደት ዲን ሀርከሳ ድሪርሴረ፤ እሼን ነሞተ ኦርማ ወረ አት አከ እሳን ወልዳኬ ህንሴኔ ዾውቴ ሰነ ኡቱ እሳን እዶሼ ቁልቁሉ ሴነኑ አርግቴ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Diinni qabeenya Yerusaalem isa miidhagaa hundumaa irratti harka isaa in bal'ise; iddoo qulqullaa'aa lafa wal ga'ii saba Waaqayyoo, isa warri kaan akka hin linne dhowwaman keessa, sabni lafa irraa utuu lixanii namoonni ishee in argan*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Qabeenya ishee hundatti diinni harka isaa diriirseera; isheen Namoota Ormaa warra ati akka isaan waldaa kee hin seenne dhowwite sana utuu isaan iddoo ishee qulqulluu seenanuu argite. Viz kapitola |