Online Bible

- Reklamy -




Faaruu 1:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 መጋላን ዱር ነማን ጉተምቴ ቱርቴ ሱን አከምት ኦንቴ ሀፍቴ! እሼን ዬሮ ቶኮ ሰቦተ ግዱት ጉዶ ቱርቴ አከምት አከ ሃዸ ህዬሳ ታቴ! እሼን ኩታሌ ብያ ግዱት ሞቲ ቱርቴ ሱን አመ ገርብቲ ታቴ ጅርት።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Mandarri dur namni keessa guutee ture, amma attamitti duwwaatti hafte! Isheen saba warra kaan gidduutti guddoo turte, amma attamitti akka haadha hiyyeessaa taate! Isheen kutaa biyyaa irratti mo'aa turte, amma immoo attamitti isaan gabbarte*!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Magaalaan dur namaan guutamtee turte sun akkamitti ontee hafte! Isheen yeroo tokko saboota gidduutti guddoo turte akkamitti akka haadha hiyyeessaa taate! Isheen kutaalee biyyaa gidduutti mootii turte sun amma garbittii taateerti.

Viz kapitola kopírovat




Faaruu 1:1

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy