Faarfannaa 1:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዋቀዮ ከራ ቀጄልቶታ ንቤካቲ፤ ከራን ሀሞታ ገሩ ገረ በዲት ጌሰ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Waaqayyo karaa qajeelotaa duukaa bu'ee in beeka, karaan jal'ootaa garuu gara badiisaatti in geessa. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Waaqayyo karaa qajeeltotaa ni beekaatii; karaan hamootaa garuu gara badiitti geessa. Viz kapitola |