Efesoon 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እንስ አከ ኑ እጪቲ ፌዺሳ ከን አከ ያደሳ እሰ ጋሪ እን ከራ ክርስቶሲን ከሮርፈቴ ሰነ ቤክኑ ጎዼ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Waaqayyo waan isatti gaarii fakkaate karaa Kristos itti yaadee of dura kaa'atee ture; ammas dhoksaan fedha isaa kun nu biratti akka beekamu godhe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Innis akka nu icciitii fedhii isaa kan akka yaada isaa isa gaarii inni karaa Kiristoosiin karoorfate sana beeknu godhe; Viz kapitola |