Efesoon 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 እን ኑ ፉለሳ ዱረት ቁልቁሎታፊ ወረ ህርእነ ህንቀብኔ አከ ታኑፍ ኡቱ አዱኛን ህንኡመምኒን ዱረ እሳን ኑ ፍለቴራቲ። ጃለላንስ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Inni uumamuu biyya lafaa dura iyyuu warra qulqullaa'an, warra isa duratti mudaa hin qabne akka taanuuf, jaalalaan karaa Kristos nu fo'ateera*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Inni nu fuula isaa duratti qulqullootaa fi warra mudaa hin qabne akka taanuuf utuu addunyaan hin uumaminiin dura isaan nu filateeraatii. Jaalalaanis Viz kapitola |