Efesoon 1:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ዋቅንስ ዋን ሁንደ ሚለሳ ጀለ ገልቼ፤ ወልዳ ክርስታናቲፍስ መታ ዋን ሁንዳ ጎዼ እሰ ኬኔ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Waaqayyo waan hundumaa miilla Kristos jala kaa'e; goofticha waan hundumaa gara irraa jiru kanas waldaa kristiiyaanaatiif mataa godhee kenne*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Waaqnis waan hunda miilla isaa jala galche; waldaa kiristaanaatiifis mataa waan hundaa godhee isa kenne; Viz kapitola |