Efesoon 1:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 እስንስ ዱቢ ዹጋ ጄቹንስ ወንጌለ ፈይነኬሰኒ ዸጌሰኒ ክርስቶስት አመንተኒ፣ ሀፉረ ቁልቁሉ ዋዳ ገለሜ ሰናን ቻፔፈምተን፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Isinis immoo ergaa dhugaa, wangeela fayyina keessanii karaa isaa dhageessan; isin warri dhageessanii itti amantan, hafuura qulqulluu isa abdachiifameen mallateeffamtaniittu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Isinis dubbii dhugaa jechuunis wangeela fayyina keessanii dhageessanii Kiristoositti amantanii, Hafuura Qulqulluu waadaa galame sanaan chaappeffamtan; Viz kapitola |