Efesoon 1:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ጳዉሎስ እሰ ፌዺ ዋቃቲን ኤርገማ ክርስቶስ ዬሱስ ተኤራ፣ ገረ ቁልቁሎተ ኤፌሶን ጅራተን ከኔን ክርስቶስ ዬሱስት አመነሞ ተአንት፦ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Ani Phaawulos fedha Waaqayyootiin ergamaa Kristos Yesus kanan ta'e, warra Kristos Yesusitti amananii, Waaqayyoof qulqullaa'anii mandara Efesoon jiraataniif kana caafuu koo ti*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Phaawulos isa fedhii Waaqaatiin ergamaa Kiristoos Yesuus taʼe irraa, Gara qulqulloota Efesoon jiraatan kanneen Kiristoos Yesuusitti amanamoo taʼanitti: Viz kapitola |