Daaniʼel 1:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እሳን ከኔን ኬሳ ወር ይሁዳዻ ዹፈን ዳንኤል፣ ሀናንያ፣ ሚሻኤሊፊ አዛርያ ቱረን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Isaan gidduutti warra Yihudaa keessaa kan argaman Daani'el, Hanaaniyaa, Miishaa'elii fi Azaariyaa turan. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Isaan kanneen keessaa warri Yihuudaadhaa dhufan Daaniʼel, Hanaaniyaa, Miishaaʼeelii fi Azaariyaa turan. Viz kapitola |