Online Bible

- Reklamy -




Daaniʼel 1:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 “ማሎ ተጃጅልቶተኬ ቡልቲ ኩዸኒፍ እላል፤ ብቅልቱ ኛተሙፊ ብሻን ዹገሙ መሌ ዋን ብራ ኑፍ ህንኬንን።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 <<Mee wanta nyaannu biqiltuu garaa garaa, wanta dhugnus bishaan nuuf haa kennan; atis guyyaa kudhaniif nuyi garboota kee irratti ilaali!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 “Maaloo tajaajiltoota kee bultii kudhaniif ilaali; biqiltuu nyaatamuu fi bishaan dhugamu malee waan biraa nuuf hin kennin.

Viz kapitola kopírovat




Daaniʼel 1:12

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy