Online Bible

- Reklamy -




Asteer 1:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 አከ ቶኮን ቶኮን ኬሱማ አኩመ ፌዼት ዹጉፍ ሞትች ኤየሜ ቱሬ፤ አከ ቶኮ ቶኮ ነማቲፍ ዋን እን በርባዴ ዽኤሰኒፍስ ሞትች ወረ ዳዺ ወይኒ ዽኤሰን ሁንደ አጀጄ ቱሬቲ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 tokkon tokkon namaatiif akka fedha fedha isaatti daadhicha akka kennan mootichi hojjetoota isaa warra daadhii buusan waan abboomeef, keessummoonni hundinuu hamma barbaadan dhuguu in danda'u turan.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Akka tokkoon tokkoon keessummaa akkuma fedhetti dhuguuf mootichi eeyyamee ture; akka tokkoo tokkoo namaatiif waan inni barbaade dhiʼeessaniifis mootichi warra daadhii wayinii dhiʼeessan hunda ajajee tureetii.

Viz kapitola kopírovat




Asteer 1:8

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy