Online Bible

- Reklamy -




Asteer 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ዬሮ ጉዮትን ኩኔን ደርበንት ሞትች ሰበ ገሞ ሱሳ ኬሰ ጅራቱ ጥናፊ ጉዳ ሁንዳፍ ኦብዲ እዶ ብቅልቱ መሰራ ሞቲ ኬሰት ጭዸ ጉያ ቶርበ ቱሩ ቆጴሴ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Guyyoonni sun erga darbanii booddee mootichi iddoo dhaabaa mana mootummaa mandara Susaan keessatti,<<Xinnaa dha, guddaa dha>> utuu hin jedhin namoota mandara sana keessa jiraatan hundumaaf guyyaa torba nyaachisa in godhe.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Yeroo guyyoonni kunneen darbanitti mootichi saba gamoo Suusaa keessa jiraatu xinnaa fi guddaa hundaaf oobdii iddoo biqiltuu masaraa mootii keessatti cidha guyyaa torba turu qopheesse.

Viz kapitola kopírovat




Asteer 1:5

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy