Asteer 1:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 እንስ ብዮተ ሞቱማ ሁንደት፣ ቶኮ ቶኮ ኩታሌ ብያቲፍ ቁቤዹመሳኒቲን፣ አከሱመስ ቶኮ ቶኮ ሰባቲፍ አፋኑመሳኒቲን ጠለዮተ ኤርጌ አከ ዺር ሁንድ ቡልቻ መነ ኦፊሳ ተኡ አፋን ጎሰ ሁንዳቲን ለብሴ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Caaffata,<<Abbaan manaa hundinuu mana mana isaa irratti aboo, wanti inni dubbatus murtoo isa dhumaa haa qabaatu!>> jedhu, tokkon tokkon kutaa biyyaatiif akka akka caafata isaatti, gosa hundumaaf akka akka afaan isaatti caafsisee, guutummaa biyya motummaa isaatiitti in erge*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Innis biyyoota mootummaa hundatti, tokkoo tokkoo kutaalee biyyaatiif qubeedhuma isaaniitiin, akkasumas tokkoo tokkoo sabaatiif afaanuma isaaniitiin xalayoota ergee akka dhiirri hundi bulchaa mana ofii isaa taʼu afaan gosa hundaatiin labse. Viz kapitola |