Asteer 1:21 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ሞትቺፊ ቆንዳልቶትንሳ ጎርሰ ከነት ንገመደን፤ ከናፉ ሞትች ያደ ሜሙካን ዽኤሴ ሰነ ሆጂረ ኦልቼ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Gorsi Memukaan kenne kunis mootichaa fi gurguddoota sana in gammachiise; kanaaf mootichi akkuma Memukaan jedhe in godhe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Mootichii fi qondaaltonni isaa gorsa kanatti ni gammadan; kanaafuu mootichi yaada Memuukaan dhiʼeesse sana hojii irra oolche. Viz kapitola |