Online Bible

- Reklamy -




Asteer 1:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 ሜሙካን አከነ ጄዼ ፉለ ሞትቻቲፊ ፉለ ነሞተ ቤቤከሞ ዱረት ዴቢ ኬኔ፤ “ዋሽቲን ሞትቲን ሞትቸ ቆፈት ኡቱ ህንተእን ቆንዳልቶተ ሁንደቲፊ ነሞተ ኩታሌ ብያ አሀሽዌሮስ ሞትቻ ሁንደት በሌሳ ሆጄቴ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Yommus Memukaan deebisee mootichaan, gurguddootaanis dubbatee,<<Waashtii mootittiin si Ahashweros mooticha duwwaa yakkite utuu hin ta'in, guutummaa kutaawwan biyyaa kee keessa warra jiran gurguddoota kee fi namoota kee hundumaas immoo yakkuu ishee ti;

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Memuukaan akkana jedhee fuula mootichaatii fi fuula namoota bebeekamoo duratti deebii kenne; “Waashtiin mootittiin Mooticha qofatti utuu hin taʼin qondaaltota hundattii fi namoota kutaalee biyyaa Ahashweroos Mootichaa hundatti balleessaa hojjette.

Viz kapitola kopírovat




Asteer 1:16

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy