Asteer 1:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 እንስ፣ “አከ ሴራት ወንት ኑ ዋሽቲን ሞትቲ ጎቹ ቀብኑ ማል? እሼን አጀጀ አሀሽዌሮስ ሞትቻ ከን ጡኣሺወንሼት ጌሰን ሰናፍ ህንአጀጀምኔቲ” ጄዼ እሳን ጋፈቴ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 <<Waashtii mootittiin wanta ani Ahashweros mootichi karaa hojjetoota koo warra xu'aashotaa ishee abboome raawwachuu waan diddeef, seerri akka jedhutti maal ishee gochuutu nuuf ta'a?>> jedhee in gaafate. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Innis, “Akka seeraatti wanti nu Waashtiin mootittii gochuu qabnu maali? Isheen ajaja Ahashweroos Mootichaa kan xuʼaashiiwwan isheetti geessan sanaaf hin ajajamneetii” jedhee isaan gaafate. Viz kapitola |