Asteer 1:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ከኔን ሞትቸት ኣነኒን መርአቴ፤ እሳንስ ከርሼና፣ ሼታር፣ አድማታ፣ ተርሺሽ፣ ሜሬስ፣ ማርሴናፊ ሜሙካ ቆንዳልቶተ ፋሬሲፊ ሜዶን ቶርበን ሞትቻን ወልት ዽኤኘ ቀበን ከኔን ሞቱማ ሰነ ኬሰት እዶ ኦል ኣና ቀበኒዸ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Gurguddoota Faaresii fi Medoon torban warra isatti aanan, hojii mootummaa keessaas iddoo gurguddaa qaban Karshenaa fi Shetaarin, Admaataa fi Tarshiishin, Meresii fi Marsenaan, Memukaaninis*, Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 kanneen mootichatti aananiin mariʼate; isaanis Karshenaa, Sheetaar, Adimaataa, Tarshiish, Meres, Marseenaa fi Memuukaa qondaaltota Faaresii fi Meedee torban mootichaan walitti dhiʼeenya qaban kanneen mootummaa sana keessatti iddoo ol aanaa qabanii dha. Viz kapitola |