Online Bible

- Reklamy -




Asteer 1:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ገሩ ዬሮ ኤርገሞትን ሱን ኤርጋ ሞትቻ እት ህመንት ዋሽቲን ሞትቲን ዹፉ ድዴ። ከነረት ሞትች አከ መሌ ዼከሜ ኣሪዻን ጉበቴ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Warri gara isheetti ergaman ajaja mootichaa isheetti in himan; isheen garuu dhufuu in didde; kana irratti mootichi in dheekkame, aarees in boba'e.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Garuu yeroo ergamoonni sun ergaa mootichaa itti himanitti Waashtiin Mootittiin dhufuu didde. Kana irratti mootichi akka malee dheekkamee aariidhaan gubate.

Viz kapitola kopírovat




Asteer 1:12

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy