Online Bible

- Reklamy -




Asteer 1:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 አከ እሳን ዋሽቲን ሞትቲ አከ እሼን ነሞታፊ ቆንዳልቶተት በሬድነሼ አገርሲፍቱፍ ጎንፎ ሞቱማሼት ካአኒ ፉለሳ ዱረት ዽኤሰን አጀጄ፤ እሼን አከ መሌ በሬዱ ቱርቴቲ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 <<Waashtii mootittii gonfoo mootummaa akka kaa'attetti as ishee fidaa!>> jedhee abboome; mootittiin miidhagduu waan turteef, mootichi gurguddoota isaa fi keessummoota isaatti ishee mul'isuu in barbaade.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 akka isaan Waashtiin mootittii akka isheen namootaa fi qondaaltotatti bareedina ishee argisiiftuuf gonfoo mootummaa isheetti kaaʼanii fuula isaa duratti dhiʼeessan ajaje; isheen akka malee bareedduu turteetii.

Viz kapitola kopírovat




Asteer 1:11

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy