Anbaaqoom 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ከናፉ ሴር ላምሸኤረ፤ ሙርቲን ቀጄላን ደብሰሜረ። አከ ሙርቲን ቀጄላን ጀልእፈሙፍ፤ ነሞትን ሀሞን ቀጄሎተ መርሱ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Kanaafis abboommiin gatii dhabe, firdii qajeelaan jiruu irra ooluu dide, warri jal'oonnis warra qajeelota danqanii, firdii in jal'isiisan!>> nan jedhe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Kanaafuu seerri laamshaʼeera; murtiin qajeelaan dabsameera. Akka murtiin qajeelaan jalʼifamuuf; namoonni hamoon qajeelota marsu. Viz kapitola |