Anbaaqoom 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 አት ማሊፍ አከ አን ሙርቲ ደቤ አርጉ ነ ጎተ? አት ማሊፍ በሌሳ ነማ ኦብስተ? በዲስኒፊ ጎሊን ፉለኮ ዱረ ጅሩ፤ ሎሊፊ ወልዸቢንስ ባይአቴረ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Balleessuu fi humnaan nama irratti ka'uu waanan arguuf, gargar ba'uunii fi lolli ka'aa waan jiraniif, maaliif wanta jal'aa na argisiifta>> Maaliifis yommuu namni gad nama qabu cal jettee ilaalta>> Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Ati maaliif akka ani murtii dabe argu na goota? Ati maaliif balleessaa namaa obsita? Badiisnii fi gooliin fuula koo dura jiru; lollii fi waldhabiinsi baayʼateera. Viz kapitola |