Online Bible

- Reklamy -




Amoos 1:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 አን ሞቲ አሽዶዲፊ እሰ አሽቀሎን ኬሰት ቦኩ ቀበቱ ሰነ ነንበሌሰ። አን ሀመ ሀምባን ፍልስጤሞታ ዱኡት ሀርከኮ ኤቅሮንት ነንዴብፈዸ” ጄዸ ዋቀዮ ጎፍታን።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Ani warra mandara Ashdood keessa jiraatan, isa ulee mootummaa baatus mandara Ashqalon keessaa nan buqqisa; mandara Eqroon irratti harka koo ol nan fudhadha, warra Filiisxiyaa keessaas kan hafan badduu in ba'u>> jedha Waaqayyo gooftaan>> jedhe.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Ani mootii Ashdoodii fi isa Ashqaloon keessatti bokkuu qabatu sana nan balleessa. Ani hamma hambaan Filisxeemotaa duʼuutti harka koo Eqroonitti nan deebifadha” jedha Waaqayyo Gooftaan.

Viz kapitola kopírovat




Amoos 1:8

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy