Amoos 1:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ “አን ጩቡ ጋዛ ሰዲፍ፣ አፉሪፍስ ዼከምሰኮ ዱበት ህንዴብሱ። ሰበቢ እሼን ሀዋሰ ሁንደ ቦጅቴ ኤዶምት ጉርጉረቴፍ፣ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 <<Waaqayyo akka jedhu! <<Warri mandara Gaazaa dabarsanii warra Edoomitti kennuudhaaf, saba guutummaatti waan boojisiisaniif, ani irra-daddarbaa isaanii isa keessa deddeebi'aniif adabni akka irraa deebi'u hin godhu! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Waaqayyo akkana jedha: “Ani cubbuu Gaazaa sadiif, afuriifis dheekkamsa koo duubatti hin deebisu. Sababii isheen hawaasa hunda boojitee Edoomitti gurguratteef, Viz kapitola |