Amoos 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 አን ከረ ደማስቆ ነንጨብሰ፤ ሞቲ ሱሉለ አዌን ኬሰ ጅሩፊ እሰ ቤት ኤዴን ኬሰት ቦኩ ቀበቱ ነንበሌሰ። ኡመትን ሶርያ ቦጅአሜ ቂርት ንጌፈመ” ጄዸ ዋቀዮ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Danqaroota karra Damaasqoo nan caccabsa; warra dachaa Aween keessa jiraatan, isa ulee mootummaa baatus Bet-Edeenii nan buqqisa; warri Sooriyaas booji'amanii biyya Qiir in dhaqu>> jedha Waaqayyo>> jedhe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Ani karra Damaasqoo nan cabsa; mootii Sulula Aawwen keessa jiruu fi isa Beet Eden keessatti bokkuu qabatu nan balleessa. Uummanni Sooriyaa boojiʼamee Qiiritti ni geeffama” jedha Waaqayyo. Viz kapitola |