3 ዮሀንስ 1:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ከናፉ ኑ አከ እሳን ወጅን ዹጋፍ ሆጄትኑፍ ነሞተ አከሲ ስመትኔ ገርጋሩ ቀብነ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Nuyi dubbii dhugaa kana keessatti hidhata isaanii ta'uudhaaf namoota akkasii kana simannee gargaaruun nuuf in ta'a*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Kanaafuu nu akka isaan wajjin dhugaaf hojjennuuf namoota akkasii simannee gargaaruu qabna. Viz kapitola |