Online Bible

- Reklamy -




3 ዮሀንስ 1:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 እሳን ዋኤ ጃለለኬቲ ወልዳ ክርስታናት ህመኒሩ። ማሎ ሃለ ዋቀት ቶሉን ከራሳኒረት እሳን ገርጋር።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Obboloonni keessummummaaf dhufan sun waa'ee jaalala kee waldaa kristiiyaanaa duratti mul'isanii dubbataniiru; Waaqayyo duratti qajeelaa akka ta'utti karaadhaaf waan isaan barbaachisu laateefii, yoo isaan geggeessite gaarii hojjechuu kee ti*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Isaan waaʼee jaalala keetii waldaa kiristaanaatti himaniiru. Maaloo haala Waaqatti toluun karaan isaanii irratti isaan gargaari.

Viz kapitola kopírovat




3 ዮሀንስ 1:6

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy