3 ዮሀንስ 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 እጆሌንኮ ዹጋዻን ጅራቹሳኒ ዸገኡ ጫላ አን ገመቹ ጉዳ ህንቀቡ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Ijoolleen koo dhugaatti qabamanii jiraachuu isaanii dhaga'uun gammachuu koo ti; gammachuu kana irra caalus hin qabu. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Ijoolleen koo dhugaadhaan jiraachuu isaanii dhagaʼuu caalaa ani gammachuu guddaa hin qabu. Viz kapitola |