3 ዮሀንስ 1:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ቆደ ከና አን ዽኦት ስአርጉፍ አብዲ ቀበ፤ ኑስ እፋን እፈት ንሃሶፍነ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Afaaniin walii wajjin akka haasofnuuf dafee si arguu nan abdadha. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Qooda kanaa ani dhiʼootti si arguuf abdii qaba; nus ifaan ifatti ni haasofna. Viz kapitola |