3 ዮሀንስ 1:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ነምን ሁንድ ድሜጥሮሲፍ ዹጋ በአ፤ ዹጋን መታንሼዩ ዹጋ ባት። ኑስ ዹጋ ባናፍ፤ እስንስ አከ ዹገ በኡምስኬኘ ዹጋ ተኤ ንቤክቱ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Namoonni hundinuu, waa'ee Demeexrosiif waan gaarii mul'isanii in dubbatu; ija dhugaa durattis waan gaariitu dubbatamaaf; nus immoo kana mul'ifnee in dubbanna, atis inni nuyi mul'ifnee dubbannu kun dhugaa akka ta'e in beekta*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Namni hundi Dimeexiroosiif dhugaa baʼa; dhugaan mataan ishee iyyuu dhugaa baati. Nus dhugaa baanaaf; isinis akka dhuga baʼumsi keenya dhugaa taʼe ni beektu. Viz kapitola |