3 ዮሀንስ 1:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ያ ምቹኮ፣ ዋን ጋሪ ዱካ ቡእ መሌ ዋን ሀማ ዱካ ህንቡእን። ነምን ዋን ጋሪ ሆጄቱ ከምዩ ከን ዋቃት። ነምን ዋን ሀማ ሆጄቱ ገሩ ተኩማ ዋቀ ህንአርግኔ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Yaa michuu ko! Waan hamaa hin akkeessin waan gaarii akkeessi malee; namni waan gaarii hojjetu, kan Waaqayyoo ti; namni waan hamaa hojjetu Waaqayyoon hin argine*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Yaa michuu ko, waan gaarii duukaa buʼi malee waan hamaa duukaa hin buʼin. Namni waan gaarii hojjetu kam iyyuu kan Waaqaa ti. Namni waan hamaa hojjetu garuu takkumaa Waaqa hin argine. Viz kapitola |