Online Bible

- Reklamy -




3 ዮሀንስ 1:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ከናፉ አን ዮን ዹፌ ዋን እን መቃኬኘ በሌሱዻን ሆጄቻ ጅሩ እፈት ነንባሰ። አከ ዋን ወን ኩን እሰ ሀንቀቴት እን ኦቦሎተ ስመቹ ድደ። ወረ እሳን ስመቹ በርባደንስ ንዾወ፤ ወልዳ ክርስታና ኬሳስ እሳን አርአ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Egaa yoon dhufe, waan inni hojjetuuf isa inni dubbii hundee hin qabneen maqaa keenya balleessu hundumaa nan kaasa; kunumtuu isa ga'uu dinnaan, ofii isaatii obboloota warra diidaa dhufan dhaga'uu dide; warra obboloota kana dhaga'uu barbaadan immoo dhowwee, waldaa kristiiyaanaa keessaa in baasa.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Kanaafuu ani yoon dhufe waan inni maqaa keenya balleessuudhaan hojjechaa jiru ifatti nan baasa. Akka waan wanni kun isa hanqateetti inni obboloota simachuu dida. Warra isaan simachuu barbaadanis ni dhowwa; waldaa kiristaanaa keessaas isaan ariʼa.

Viz kapitola kopírovat




3 ዮሀንስ 1:10

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy