2 Seenaa 1:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ኤርገሲስ ሶሎሞን እስራኤሎተ ሁንደት፣ አጀጆተ ኩማት፣ አጀጆተ ዽባት፣ አቦቲ ሙርቲት፣ ሆገንቶተ እስራኤል ሁንደቲፊ ሀንገፎተ አቦቲት ዱበቴ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Yommus Solomoon namoota Israa'el hundumaatti, angafoota kumaatti, angafoota dhibbaatti, abboota firdiitti, gurguddoota Israa'el hundumaatti, mana mana abboota isaaniitti dura-buutota kan ta'anittis in dubbate. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Ergasiis Solomoon Israaʼeloota hundatti, ajajjoota kumaatti, ajajjoota dhibbaatti, abbootii murtiitti, hooggantoota Israaʼel hundattii fi hangafoota abbootiitti dubbate; Viz kapitola |