2 ጢሞቴዎስ 1:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ዋቅን ሀፉረ ሁምና፣ ከን ጃለላቲፊ ከን ኦፍ ዾዉ ኑ ኬኔ መሌ ሀፉረ ሶዳ ኑፍ ህንኬንኔቲ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Waaqayyo hafuura humnaa kan jaalalaa fi kan of qabuu malee, hafuura ija-laafinaa nuuf hin laanne*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Waaqni hafuura humnaa, kan jaalalaatii fi kan of dhowwuu nuu kenne malee hafuura sodaa nuuf hin kennineetii. Viz kapitola |