2 ጢሞቴዎስ 1:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ሰበቢ ከናፍ አን አከ አት ኬና ዋቃ ከን ዬሮ አን ሀርከኮ ስረ ካኤት ሲፍ ኬነሜ ሰነ አከ እብዳት አከ ቀብሲፍቱፍ ስን ያደቺሰ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Kanaafis kennaa Waaqayyoo isa yeroo ani harka koo mataa kee irra kaa'e siif kenname, haaressitee akka ibiddaatti akka qabsiiftu sin yaadachiisa*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Sababii kanaaf ani akka ati kennaa Waaqaa kan yeroo ani harka koo sirra kaaʼetti siif kenname sana akka ibiddaatti akka qabsiiftuuf sin yaadachiisa. Viz kapitola |