Online Bible

- Reklamy -




2 ጢሞቴዎስ 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 አን አመንቲኬ እሰ ዹጋ ሰነ ነንያደዸ፤ አመንቲን ኩንስ ጀልቀበት አኮኬ ሎእሲፊ ሃዸኬ ኤዉንቄ ኬሰ ቱሬ፤ አመሞ አከ ስ ኬሰ ጅሩ ነንአመነ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Amantiin kee garaa qulqulluudhaan ta'uun isaa anatti yaadatama; amantiin inni dur akkoo kee Lo'is, haadha kee Ewuniiqee keessas ture sun, si keessas akka jiru nan amana*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Ani amantii kee isa dhugaa sana nan yaadadha; amantiin kunis jalqabatti akkoo kee Looʼisii fi haadha kee Ewuunqee keessa ture; amma immoo akka si keessa jiru nan amana.

Viz kapitola kopírovat




2 ጢሞቴዎስ 1:5

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy