2 ጢሞቴዎስ 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 አን ዮሙን እምማንኬ ያደዹት አከን ገመቹዻን ጉተሙፍ ጉድሴ ስ አርጉ ነንሀወ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Imimmaan kee yeroon yaadadhu immoo, si argee garaa guutuudhaan akkan gammaduuf sin yaada*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Ani yommuun imimmaan kee yaadadhutti akka gammachuudhaan guutamuuf guddisee si arguu nan hawwa. Viz kapitola |