2 ጢሞቴዎስ 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 አን ዮሙ ኡቱ ገርገር ህንኩትን ሀልከኒ ጉያ ከዸትናኮ ኬሰት ስ ያደዹት ዋቀ አኩመ አቦቲኮቲ አንስ ያደ ቁልቁሉን እሰ ዋቄፈዹ ሰነ ነንገለቴፈዸ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Waaqayyoon, isa ani akkuma abboota kootii yaada garaa qulqullaa'aadhaan hojjedhuuf, nan galateeffadha; kadhata koo halkanii fi guyyaa keessatti yeroo hundumaa sin yaadadha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Ani yommuu utuu gargar hin kutin halkanii guyyaa kadhannaa koo keessatti si yaadadhutti Waaqa akkuma abbootii kootii anis yaada qulqulluun isa waaqeffadhu sana nan galateeffadha. Viz kapitola |