Online Bible

- Reklamy -




2 ጢሞቴዎስ 1:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 ሄኔሲፎሩን ዬሮ ባይኤ ዋን ነ ቦቆቺሴፍ ጎፍታን ወረ መነሳ ጅራተኒፍ አራረ ሃቡሱ፤ እን ህዸሙኮትሌ ህንቃኖፍኔቲ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Oneesiforos garuu deddeebi'ee yaada koo haaresseera; gooftaan warra mana isaatiif araara haa kennu! Inni waanan hidhameef anattii deddeebi'uu hin yeellaane*;

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Oneesifooros yeroo baayʼee waan na boqochiiseef Gooftaan warra mana isaa jiraataniif araara haa buusu; inni hidhamuu kootti illee hin qaanofneetii.

Viz kapitola kopírovat




2 ጢሞቴዎስ 1:16

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy