2 ጢሞቴዎስ 1:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ዋን ጋሪ እማና ስት ኬነሜ ሰነ ገርጋርሰ ሀፉረ ቁልቁሉ ኑ ኬሰ ጅራቱ ሰናቲን ኤግ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Wanta gaarii hadaraa sitti kenname sana hafuura qulqulluu isa nu keessa jiraatuun eegi*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Waan gaarii imaanaa sitti kenname sana gargaarsa Hafuura Qulqulluu nu keessa jiraatu sanaatiin eegi. Viz kapitola |