Online Bible

- Reklamy -




2 ጢሞቴዎስ 1:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 አንስ አከ አመ ጅሩ ከነት ዽጰቹንኮ ከኑማፍ። አን ገሩ ኤኙን አከ አመኔ ዋን ቤኩፍ ህንቃነኡ፤ አከ እን ዋን አን እማና እት ኬነዼ ሀመ ጉያ ሰናት ኤጉ ደንደኡስ ነንአመነ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Kanaafan amma itti dhiphachaa jira; ani garuu eenyutti akkan amane waanan beekuuf hin yeella'u; akkasumas inni wanta hadaraa anatti kenname kana, hamma guyyaa sanaatti eeguu akka danda'u nan amanadha*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Anis akka amma jiru kanatti dhiphachuun koo kanumaaf. Ani garuu eenyun akka amane waan beekuuf hin qaanaʼu; akka inni waan ani imaanaa itti kennadhe hamma guyyaa sanaatti eeguu dandaʼus nan amana.

Viz kapitola kopírovat




2 ጢሞቴዎስ 1:12

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy